Wongeela Yohaannis 9:6 - WAADAA LAMMATAA6 Kana jedhee lafatti gadi tufee hancufaan biyyee dukkuuseeti dhoqqee ija ballichaa dibee, Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Kana eega dubbateen duubatti lafa irratti tufeeti hancufa isaatiin biyyee ni laanbube, dhoqqee ija namicha jaama'aa dibeeti, Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Kana jedhee lafatti gad tufee hancufaan biyyee dukkuusee dhoqqee ija namicha ijaan hin arginee dibee, Gade chapit la |