Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Ballaa uduu taatanii silaa cubbuu isinitti hin ta'u, amma ammoo hin argina jettan, cubbuun teessan ammoo akkasumatti jiraatti» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Yesus'llee, «Jaamota uduu taataniitii ammoo uduu jiraataniitii cubbuu isinitti hin ta'uuyyu ture, amma garuu ni arginna waan jettaniif, cubbamoota taatanii ni hafittan» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Uduu worra ijaan hin argine taatanii silaa cubbuu isinitti hin ta'u; amma ammo hin argina jettan; cubbuun teessan ammo akkasumatti jiraatti» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:41
9 Referans Kwoze  

Ani akkana isiniin jedha. Namicha fariisicha san irra namichi qaraxa guuru sun Rabbiin afo'otti qajeelaa ta'ee gara mana ufii deebi'e, namni ol uf qabu maruu hin salphata. Namni uf salphisu ammoo hin kabajjama.


Beekkomsa dhuga'aa haga arganneen maayii, beeka'aa cubbuu yoo hojjanne, ammaa achi, ciincaan waan cubbu'uutiif dhiyaatu hin jiru.


Hojjataan fedhii Gooftaa ufii beekee, hin qophoofneef akka fedhii isaa ka hin goone sun guddisee tumama.


Eegasuu waan mishaa beeka'aa nama hin gooneef cubbu'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite