Wongeela Yohaannis 9:3 - WAADAA LAMMATAA3 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, akka hujiin Rabbii isa irratti mudhatuuf malee, inni yookiin maatiin isaa cubbuu hin hojjanne. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Naminni kun jaamaa ta'e ka dhalate, cubbuu isaa yookiin cubbuu maatii isaatiinii miti, garuu hujiin Waaqaa isaan akka mulidhatuuf. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Akka hujiin Rabbii isa irratti mudhatuuf malee, inni yookaan maatiin isaa cubbuu hin hojjanne. Gade chapit la |