Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Innillee deebisee, «Ani cubbamaa ta'uu isaa ammoo hin beeku, ani ballaa akka ture, amma ammoo arguu kiyya callaa beeka» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Namichi jaamaa ture'llee, «Inni cubbamaa ta'uu isaa ani hin beeku, waan tokko garuu ni beeka, kun'llee ani jaamaa akka turee fi amma argu'uuf akka danda'e qofa» jechu'uun, ni deebise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Innillee deebisee, «Ani ammo cubbamaa ta'uu isaa hin beeku, ani akka nama ijaan hin argine ture, amma ammo arguu kiyya callaa beeka» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:25
5 Referans Kwoze  

Namni Ilma Rabbiititti amanu, ragaa kana uf keessaa qaba. Namni Rabbitti hin amanne ragaa Rabbi Ilma ufiitiif baye sanitti waan hin amanneef Rabbiin sobaa taasiseera.


Namichillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Eessaa akka dhufe wollaaluun keessan kun waan maalalchiisa'a! Waa maraafuu inni ija tiyya baneera.


Inni ammoo, «Namicha na fayyise santu, ‹Itillee tee baadhadhu deemi!› naan jedhe» jedhee isaanii deebise.


Kanaaf namicha ballaa ammallee isa waamanii, «Rabbiin kabajji namni kun cubbamaa ta'uu isaa nu hin beenna» jedhaniin.


Ammallee deebisanii, «Maal sii godhe? Attamitti ija tee bane?» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite