Wongeela Yohaannis 9:2 - WAADAA LAMMATAA2 Darasoonnillee, «Barsiisaa'a, akka namni kun ballaa ta'ee dhalatuuf ka cubbuu hojjate eennu? Isa moo worra isaati? jedhanii isa gaafatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Barattoonni isaa Yesusiin, «Yaa barsiisaa, naminni kun jaamaa ta'ee ka dhalate cubbuu eennuutiin? Cubbuu mataa isaatii moo yookiin ka maatii isaatiin?» jechu'uun, ni gaafataniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Darasoonni, «Barsiisaa'a! akka namni kun ka ijaan hin argine ta'ee dhalatuuf ka cubbuu hojjate eennu? Isa mo'o worra isaati? jedhanii isa gaafatan. Gade chapit la |