Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Isaannillee Ilmi keessan ka ballaa ta'ee dhalate jettan kanaa? Eegasuu amma attamitti arguu danda'e ree? jedhanii isaan gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Kanaaf maatii isaatiin, «Jaamaa ta'ee dhalate ka jettan ilmi keessan kana moo? Amma hoo attamitti argu'uuf dandda'e?» jechu'uun, isaan ni gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Isaanillee maatii isaa, «Ilmi keessan ka ijaan hin argine ta'ee dhalate jettan kanaa? Eegasuu amma attamitti arguu danda'e ree?» jedhanii isaan gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:19
5 Referans Kwoze  

Namicha fayyeellee isaan woliin akka dhaabateruu haga argan; waan isaaniin jedhan dhaban.


Hulee, «Michuu» jedhamtutti balbala mana woyyu'uu taa'ee kadhata'aa ka ture isa akka ta'e beekanii, isa irratti waan ta'e arganii maalala'aa baaseffatan.


Yihuudonni namichi kun akka dura ballaa ta'e, maayessa ammoo akka ijji isaa argite haga worra isaa waamanii gaafatanitti hin amanne.


Maatiin isaallee isaaniin, «Kun mucaa keenna ta'uu ballaa ta'ee dhalatuu isaa hin beenna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite