Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Yihuudonni namichi kun akka dura ballaa ta'e, maayessa ammoo akka ijji isaa argite haga worra isaa waamanii gaafatanitti hin amanne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Naminni kun jaamaa akka turee ijji isaa'llee maa'ii attamitti akka banaman, maatii isaa waamanii haga yeroo gaafatanii titti, namoonni worra Yihudotaa ka aangoo qaban hin amanne turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Yihuudonni namichi kun akka dura ka ijaan hin argine ta'e, maayessa ammo akka ijji isaa argite haga worra isaa waamanii gaafatanitti hin amanne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:18
11 Referans Kwoze  

Eeganaa eennullee ajajamuu didu'uun kufee akka hin hafne gara hulee harabaafanna'aa kana seenu'uf haa jabaannuu.


Maatiin isaa waan Yihuudota sodaataniif kana jedhan, ka inni Kiristoos jedhee ragu yoo jiraate, Yihuudonni mana sagada Yihuudotaatii akka isaan hin baafneef Yihuudonni waan woliigalaniiraniif.


Isin ka wolii ulfinna kennitan ulfinna Rabbii tokkicharraa dhufu worri hin barbaanne attamitti amanuu dandeettan?


Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.


Abrahaam ammoo, ‹Isaan Muuse'ee fi raattota yoo hin dhageenne, yoo namni tokko worra du'an keessaa ka'ellee hin amanan› » jedhe.


Isaannillee Ilmi keessan ka ballaa ta'ee dhalate jettan kanaa? Eegasuu amma attamitti arguu danda'e ree? jedhanii isaan gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite