Wongeela Yohaannis 9:16 - WAADAA LAMMATAA16 Fariisota keessaa gari gariin, «Namni kun Sambata waan hin kabajjineef Rabbiin irraa hin dhufne» jedhan, kuuwwan ammoo «Namni cubbamaan maalalee akkanaa kanniin godhuu attamitti danda'a?» jedhanii wol fooyan. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Yeroo kanatti worra Fariisota keessaa tokko tokkoon isaanii, «Naminni kun Sanbbata waan hin kabajineef, inni Waaqa irraayyii miti» jedhan. Kuunniin garuu, «Eegaa naminni cubbamaa ta'e, baasota kanniin attamitti taasisu'uuf dandda'a?» ni jedhan. Sababa kanaan'llee jidduu isaanii titti, gargar fooyamiinssi ni ta'e. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Fariisota keessaa gari gariin, «Namni kun waan Sambata hin kabajjineef Rabbiin irraa hin dhufne» jedhan; kuuwwan ammo, «Namni cubbamaan attamitti maalalee akkanaa kanniin godhuu danda'a?» jedhanii wol fooyan. Gade chapit la |