Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Innillee deebisee, «Namichi Yesuus jedhamu biyyee jiisee ija tiyya dibee, gara haroo Salihoomii dhaqiitii dhiqadhu naan jedhe. Anillee dhaqee dhiqadhee, arge» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Inni'llee, «Yesus naminni jedhame dhoqqee laanbubee ija kiyya dibeeti, ‹gara Saalihomii deemiitii miicadhu› naan jedhe, ani'llee deemee miicadheeti, argu'uuf ni danda'e» jechu'uun, ni deebise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Innillee deebisee, «Namicha Yesuus jedhamutu biyyee jiisee ija tiyya dibee gara haroo Saalihoomii dhaqii dhiqadhu» naan jedhe. Anillee dhaqee dhiqadhee arge» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:11
6 Referans Kwoze  

Innillee deebisee, «Qaraa isinitti himeera, isin ammoo na hin dhageenne, maaf lammaffaa dhagayuu feetan? Isinillee akkasuma darasaa isaa ta'uu feetanii?» isaaniin jedhe.


Namoota kudha saddeetii ka Saalihoomitti dalloofni dhaga'aa isaanitti jigee ajjeese sun namoota Yeruusaalemiin keessa jiraatan caalaa cubbamtoota isinitti fakkaataa?


Eeganaa, «Ijji tee attamiin sii banamte ree?» jedhaniin.


Isaan, «Inni amma eessa jira?» jedhanii isa gaafatan. «Hin beeku» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite