Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Eeganaa, «Ijji tee attamiin sii banamte ree?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Namoonni'llee, «Eegaa ijji kee attamitti si banaman?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Eeganaa, «Ijji tee attamiin sii banamte ree?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:10
11 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo, «Worri du'e attamitti ka'an, nafa attamiitiin dhufan?» Ka jedhu hin jiraata ta'a.


Ammallee deebisanii, «Maal sii godhe? Attamitti ija tee bane?» jedhaniin.


Haata'uu ammoo amma attamiin akka arge hin beennu yookiin ija isaa eennu akka bane nu hin beennu isa gaafadhaa'a inni nama gudda'aa, inninuu waan ufii hin dubbataa» jedhan.


Kanaaf Fariisonni ammoo attamitti akka arge ammallee isa gaafatan. «Inni dhoqqee ijatti naa godhe hin dhiqadhe ijji tiyyallee hin argite!» isaaniin jedhe.


Niqoodimoosillee deebisee kun attamitti ta'uu danda'a? jedheen.


Namichi halkan hin rafa, guyyaa hin ka'a; inni attam akka ta'e uduu hin beenne sanyiin mutee guddata.


Achiin maayessa Yesuus gara galaana Xibiriyaadoos jedhamuu ka Galiilaa gamaa ceeye.


Gariin, «Isuma» jedhan; Kuuwwan ammoo, «Waa, isa fakkaata malee, isaa miti» jedhan. Inni ammoo, «Anuma» jedhe.


Innillee deebisee, «Namichi Yesuus jedhamu biyyee jiisee ija tiyya dibee, gara haroo Salihoomii dhaqiitii dhiqadhu naan jedhe. Anillee dhaqee dhiqadhee, arge» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite