Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Uduu karaa san irra lufa'aaru nama urga dhalate irraa jalqabee ballaa ta'e tokko arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Yesus kara'aan yeroo dabrru nama jaamaa ta'ee dhalate ni arge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Uduu karaa san irra lufa'aaru nama urga dhalate irraa jalqabee ka ijaan hin argine ta'ee dhalate tokko arge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:1
12 Referans Kwoze  

Kanaafuu isaanillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan, Yesuus ammoo isaan jalaa uf dhossee isaan jidduu lufee mana woyyu'uu bayee deeme.


Darasoonnillee, «Barsiisaa'a, akka namni kun ballaa ta'ee dhalatuuf ka cubbuu hojjate eennu? Isa moo worra isaati? jedhanii isa gaafatan.


Yesuus achii ka'ee uduu deema'aaru, namoonni ballaan lamaan, «Ilma Daawitii, nu fayyisi!» jedha'aa iyya'aa isa faanaa deeman.


Namoonni ballaan lamaan uduu karaa irra taa'aniiran, Yesuus karaa san irra akka lufa'aaru dhagayanii, «Gooftaa, Ilma Daawitii nu fayyisi» jedha'aa iyyan.


Yesuus, «Haga yoomiitii as akkana godhuu jalqabe?» jedhee abbaa muca'aa gaafate. Abbaan muca'aallee, «Ijjoollummaa irraa jalqabeeti» jedhee deebiseef.


Woggaa kudha lamaa irraa jalqabee dubartii dhiinni isi'ii jigu takkatu ture. Waan qabdu maraa worra qorsa isi'ii kennutti fixattee ta eennullee isii fayyisuu hin dandeenne takkatu achi ture.


Hulee san namicha woggaa soddomii saddeetaaf dhibame tokkotu jira.


Namni maalaleen fayyinnaa ta'eef kun nama woggaa afurtamaa oliiti.


Achittillee nama woggaa saddeetaaf laamshayee siree irra ciisa'aa ture, ka Eniyaa jedhamu tokko arge.


Lisxiraa keessatti namicha lutti isaa naafate, ka urga dhalate irraa jalqabee hokkolu ka horomaa luka isaatiin deeme hin beennetu achi taa'aa ture.


Worri gooba bisaaniin marfamte san irra jiraatan Aramaawota jedhaman, hennaa bofti harka isaa irratti rarra'e arganii, «Namni kun dhugamaan nama guma'aati; garba keessaallee yoo nagayaan bayellee, murtii Rabbii jalaa bayee jiraatuu hin dandeenne» woliin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite