Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Isaannillee hennaa kana dhagayan, manguddoota irraa jalqabanii, isaan martinuu tokko tokkoon bayanii isa biraa lixan. Yesuus dubartii jidduu isaanii dhabattee turte woliin hojja ufii hafe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Isaan'llee kana yeroo dhagayanitti jaarsotii irraa jala qabee, marrinuu tokko tokkoon achii ni deeman, kanaaf Yesus dubarttii isaan jidduu dhaabattee turtteen woliin, adda isaa ni hafe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Isaanillee hennaa kana dhagayan manguddoota irraa jalqabanii isaan martinuu tokko tokkoon bayanii isa biraa lixan. Yesuus dubartii jidduu isaanii dhabattee turte woliin hojja ufii hafe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:9
22 Referans Kwoze  

Isaanillee yaanni sammuu isaanii ragaa waan isaanii bayuuf, yaanii mataa isaanii ufumaa yoo wolitti sababatu hujii seeraa ka garaa isaanii keessatti barreeffame mudhisan.


Ati ka namootaan hin seebariin jettu hin seebartaa? Ati ka waaqolee tolfamaa shakkitu mana woyyuu hin saamtaa?


Yesuusillee ol jedhee dubartii sanii achitti eennuunillee haga dhabe, «Dubartii nana jarri si himatan sunniin meeti? worri sitti murteesse hin jiruu?» isi'iin jedhe.


Ammallee Yesuus, «Ani ifa adunya'aati, ka na faana deeme, ifa jireennaatitu ta'aaf malee, dukkana keessa hin jiraatu» jedhee isaanitti dubbate.


Hennaa inni waan kana dubbate waan morman maruu saalfatanii waan maalalee isaan jiddu'utti godhame maraaf baniin maruu hin gammade.


Ganamallee akkasuma gara mana woyyu'uu dhufe; baniin maruu gara isaa dhufan; innillee taa'ee isaan barsiise.


Barsiisonninii fi Fariisonni dubartii seebaru'uun qabamte takka gara isaa fidan, isii wodhakkaa dhaabsisanii,


Ammalee gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite