Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Ammalee gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kanaan duubatti'llee deebi'ee gad jedheeti, lafa irratti ni barreesse.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Ammallee gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:8
3 Referans Kwoze  

Deddeebi'anii hennaa gaafataniin ammoo ol jedhee, «Isin keessaa ka cubbuu hin qabne firrisee dhaga'aan isii haa dhayuu» isaaniin jedhe.


Isaannillee hennaa kana dhagayan, manguddoota irraa jalqabanii, isaan martinuu tokko tokkoon bayanii isa biraa lixan. Yesuus dubartii jidduu isaanii dhabattee turte woliin hojja ufii hafe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite