Wongeela Yohaannis 8:7 - WAADAA LAMMATAA7 Deddeebi'anii hennaa gaafataniin ammoo ol jedhee, «Isin keessaa ka cubbuu hin qabne firrisee dhaga'aan isii haa dhayuu» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Irra dedeebi'anii yeroo isa gaafatanitti ol jedheeti, «Isaan keessaa ka cubbuu hin qabnne, dhagaa jalqabaa isii irratti haa darbatu!» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Deddeebi'anii hennaa gaafataniin ammo ol jedhee, «Isin keessaa ka cubbuu hin qabne firrisee dhaga'aan isii haa dhayuu» isaaniin jedhe. Gade chapit la |