Wongeela Yohaannis 8:6 - WAADAA LAMMATAA6 Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uuf isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammoo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Kana'llee wonitti jedhaniif isa irratti sababa himanna'aa akka argatan, isa qormaatu'uuf waan barbaadaniif ture, Yesus garuu gad jedhee lafa irratti qubaan barreessuu, jala ni qabe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uu fi isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse. Gade chapit la |