Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:59 - WAADAA LAMMATAA

59 Kanaafuu isaanillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan, Yesuus ammoo isaan jalaa uf dhossee isaan jidduu lufee mana woyyu'uu bayee deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

59 Kanaaf Yihudonni isa woqaru'uuf dhagaa ni guuratan, Yesus garuu isaan jala ufi dhosseeti, Mana Waaqeffanna'aatii bayee ni lixe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

59 Kanaafuu isaanillee isa tumu'uuf dhagaa itti fudhatan, Yesuus ammo isaan jalaa uf dhossee isaan jidduu lufee mana woyyu'uu bayee deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:59
18 Referans Kwoze  

Darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, Yihuudonni armaan dura si dhayuu barbaadanii turan. Amma ammoo achi deemtaa?» jedhaniin.


Guddisanii Laagaa ol qabatanii iyya'aa gurra isaanii qabatanii yaada tokkoon ta'anii gara isaa fiigan.


Philaaxoos, «Isin deema'aatii akka seera keessaniititti itti murteessaa'a» isaaniin jedhe. «Nu eennuunillee akka ajjeefnuuf seerri nuu hin kennu» jedhaniin.


Ijoollee ifaa akka taataniif, uduu ifa qabdan ifatti amanaa'a» isaaniin jedhe. Yesuus kana dubbatee, lixee isaan jalaa miliqe.


Achiin maayessa Yesuus addaataa Yihuudii wodhakkaa hin deddeebine. Haata'uu ammoo achuma gara lafa udume'ee bira gara qachaa Efireem jedhamtuu deemee darasootuma ufii woliin achuma taa'e. Faasikaan Yihuudotaa dhiyaatee ture.


Haata'uu ammoo hulee san baniin heddu waan tureef, Yesuus achii siqee waan tureef; namichi isa fayyise eenuun akka ta'e hin beene.


Ijji isaaniillee hin baname, isaanillee hin beekaniin. Inni ammoo ija isaanii afo'oo miliqe.


Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


Uduu karaa san irra lufa'aaru nama urga dhalate irraa jalqabee ballaa ta'e tokko arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite