Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:51 - WAADAA LAMMATAA

51 Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha ka dubbii kiyya eegu yoo jiraate baraa haga bara baraa du'a hin argu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

51 Dhugaa isiniin jedha, ka dubbii kiyya eegu, gonkumaa hin du'u» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

51 Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha ka dubbii kiyya eegu yoo jiraate baraa haga bara baraa du'a hin argu.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:51
15 Referans Kwoze  

Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka dubbii kiyya dhagayu, ka na ergettillee ka amanu jireenna bara baraa qaba; du'aa gara jireennaatitti ceeyeera; gara murtii du'aa hin dhufu.


Garbichi Gooftaa hin caalu jedhee dubbii isinitti hime qaabadhaa'a, yoo na ari'anii jiraatan, isinillee akkasuma hin ari'an; dubbii kiyya yoo eeganii jiraatan, dubbii keessanillee akkasuma eegan.


Namni isa irraa nyaate akka hin duune, buddeenni amma sami'ii bu'e kana.


Nama Goofta'aan muudame uduu hin argine akka hin duune Ayyaana Woyyu'uun hubate.


Heenook akka hin duune amaneeti amanta'aan gara sami'ii ol baye. Waan Rabbi ol isa fudhateef hin argamne. Uduu hin fudhatamne, Rabbiin akka gammachiise ragameeraaf.


Isin isa hin beenne; ani ammoo hin beekaani, ani isa hin beeku uduu jedhee akkuma keessan sobaa ta'a. Haata'uu ammoo ani hin beekaan, dubbii isaallee hin eega.


Ammallee Yesuus, «Ani ifa adunya'aati, ka na faana deeme, ifa jireennaatitu ta'aaf malee, dukkana keessa hin jiraatu» jedhee isaanitti dubbate.


Ani dhugamaan isiniin jedha, worra as dhaabatan kanniin keessaa, namoonni gariin hennaa Ilmi Namaa jeennata ufiitiin dhufu worri hin duune hin jiran» jedhe.


Yihuudonni isaan, «Jinniin akka si keessa jiru amma beenne. Abrahaamilee du'eera, raattonnillee atillee hin duuta. ‹Ka dubbii kiyya eegu yoo jiraate baraa haga bara baraa hin du'u› jetta.


Yesuusillee deebisee akkana jedheen, «Ka na jaalatu yoo jiraate dubbii kiyya eega, Abbaan kiyyallee hin jaalataan gara isaallee hin dhufna, isa bira jiraanna.


«Namoota adunyaa irratti naa kennite biratti maqaa kee ibseera. Worra kee turan, ati naa kennite. Isaanillee dubbii kee eeganiiran;


Haata'uu ammoo Ayyaana Rabbiitiin waan nama maraatiif du'a dhandhamu'uuf Yesuusii Maleekkaa diqqoo hanqatee ture, sababaa rakkinna du'aatiin gulloo ulfinnaatii fi galataa godhatee arginaan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite