Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Muuseen ta akkanaa tanniin akka tumaman seeraan nu ajajeera, ati hoo waan isi'ii maal jetta?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 dubarttiin akkanaa tun dhaga'aan woqaramttee akka duutu Museen seera keenna keessatti ajajee jira, ati hoo waayee isi'ii maal jetta?»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Muuseen ta akkanaa tanniin akka tumaman seeraan nu ajajeera, ati hoo waan isi'ii maal jetta?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:5
9 Referans Kwoze  

«Ani waan seeraa fi waan raattonni barsiisan diigu'uuf dhufe hin seeyinaa'a. Raawwachu'uuf dhufe malee, diigu'uuf hin dhufne.


Yooseefiin isii qaadhimate kun nama qajeela'a. Kanaaf isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef, dhossa'aan isii dhiisuu yaade.


Yesuusiin, «Barsiisaa'a, dubartiin ta seebartu kanaaf qabnee sitti finne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite