Wongeela Yohaannis 8:48 - WAADAA LAMMATAA48 Yihuudonni deebisanii, «Ati nama Samaariya'aa akka taate; jinniin si keessa jira jechuun keenna mishaa jennee mii?» jedhaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa48 Yihudonni, «Ati Samaariyicha, sheexana'llee ni qabdda jechuun keenna, sirri'ii mitii ree?» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu48 Yihuudonni deebisanii, «Ati nama Samaariya'aa akka taate; jinniin si keessa jira jechuun keenna mishaa jennee mii?» jedhaniin. Gade chapit la |