Wongeela Yohaannis 8:44 - WAADAA LAMMATAA44 Isin ka daabiloosii abbaa keessaniiti. Hawwii abbaa keessanii hojjatuu feetan inni jalqabumaa kaasee lubbuu balleessa. Dhugaan waan isa bira hin jirreef dhuga'aan hin dhaabbanne, soballee yoo dubbatu ufuma irraa dubbata. Sobaa abbaa sobaa waan ta'eef. Gade chapit laWaadaa Haarawa44 «Isin ijoollee abbaa keessan sheexanaati, fedhiin keessan'llee hawwii abbaa keessan raawwachu'u, inni'llee Jalqabumaa kaasee lubbuu ajjeesaa ture, dhugaan isa keessa waan hin jirreef dhuga'aan woliin wolitti dhufeenna woyiituu hin qabu, inni dharaalessaa fi abbaa dhara maraa waan ta'eef, dhara yeroo dubbatutti mataa isaa irraa kaasee ni dubbata. Gade chapit laKitaaba Woyyuu44 Isin ka daabiloosii abbaa keessaniiti. Hawwii abbaa keessanii hojjatuu feetan; inni jalqabumaa kaasee lubbuu balleessa. Dhugaan waan isa bira hin jirreef dhuga'aan hin dhaabanne, yoo soballee dubbatu ufuma irraa dubbata; sobaa abbaa sobaa waan ta'eef. Gade chapit la |