Wongeela Yohaannis 8:42 - WAADAA LAMMATAA42 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Rabbi Abbaa keessan uduu ta'ee silaa na jaalattan. Ani Rabbiin biraa bayee waan dhufeef, isatu na erge malee, ani ufiin hin dhufne. Gade chapit laWaadaa Haarawa42 Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Waaqinni Abbaa keessan uduu ta'ee jiraateetii ana ni jaalattan turttan, ani garana ka dhufeef Waaqa biraayyi, ka ana erge isa malee ani aangoo kiyyaan hin dhufinne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Rabbi uduu Abbaa keessan ta'ee silaa na jaalattan. Ani Rabbiin biraa bayee waan dhufeef; isatu na erge malee ani ufiin hin dhufne. Gade chapit la |