Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Isin hujii Abbaa keessanii hojjattan» isaaniin jedhe. «Nu ammoo ta seebartu irraa hin dhalanne, Abbaa tokko qabna; Innillee Rabbi» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Eegaa isin ka hojjattan hujii abbaa keessaniiti.» Isaan'llee, «Nu'u sagaagalumma'aan diqaalota dhalannee miti, abbaa tokko ni qabnna, inni'llee Waaqa» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Isin hujii Abbaa keessanii hojjattan» isaaniin jedhe. Isaan, «Nu ammo ta seebartu irraa hin dhalanne, Abbaa tokko qabna; Innillee Rabbi» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:41
17 Referans Kwoze  

Isin ka daabiloosii abbaa keessaniiti. Hawwii abbaa keessanii hojjatuu feetan inni jalqabumaa kaasee lubbuu balleessa. Dhugaan waan isa bira hin jirreef dhuga'aan hin dhaabbanne, soballee yoo dubbatu ufuma irraa dubbata. Sobaa abbaa sobaa waan ta'eef.


Ani waan Abbaa kiyya biratti arge dubbadha. Isinillee akkasuma waan abbaa keessan irraa dhageettan gootan.


Ta akka hammeennaan Qaayel obboleessa ufii ajjeeseetii miti. Maaf ajjeese? waan hujiin isaa hamaa ta'eef, ka obboleessa isaa ammoo waan qajeelaa ta'eef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite