Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Haata'uu ammoo amma Ana nama dhuga'aa Rabbiin irraa dhagayee isinitti himu ajjeesuu barbaaddan. Abrahaam ammoo waan akkanaa hin goone.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Ani dhugaa Waaqa irraa dhagaye isinitti ni hime, isin garuu ana ajjeesu'uuf ni barbaaddan, Abraham'llee akkana hin raawwanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Haa ta'uu ammo amma Ana nama dhugaa Rabbiin irraa dhagayee isinitti himu ajjeesuu barbaaddan. Abrahaam ammo waan akkanaa hin goone.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:40
13 Referans Kwoze  

Ani waan keessan waan dubbadhuuf waan murteessu waan hedduu qaba. Haata'uu ammoo ka na erge ka dhuga'aati; anillee ka isa irraa dhagaye kana adunya'atti dubbadha» isaaniin jedhe.


Haata'uu ammoo, akka fedha fooniititti ka dhalate ka akka fedha Ayyaanaatitti dhalate, hennaa san akkuma ari'e, adhalee akkasuma.


Eegasuu dhugaa waan isinitti himeef ani diina isinitti ta'ee?


Jawweenillee dubartitti'iin lolee, worra ajaja Rabbii eegan, ka ragaa Yesuusii qaban worra fiixaa isi'ii keessaa hafe woraanu'uuf deemee xidhacha qarqara galaanaa irra dhaabate.


Eegeen isaa urjii sami'ii sadi keessaa harka tokko gara lafaa gad-jisse. Jawweenillee hennaa dubbartittiin deette daa'ima isi'ii nyaachu'uuf dubartittii dayu'uuf taatu san afoo dhaabate.


Worra gadoomaniif abbaa akka ta'u, akkasuma worra gadooman calla'aafii miti, Haata'uu ammoo abbaan keenna Abrahaam uduu hin gadoomin amantaa soquun isaaf qofa uduu hin ta'in worra duukaa bu'aniifille'e.


Abbaan keessan Abrahaam guyyaa kiyya argu'uuf gammade. Hin arge hin gammadelle'e»


Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite