Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Yesuusiin, «Barsiisaa'a, dubartiin ta seebartu kanaaf qabnee sitti finne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yesusiin'llee akkana ni jedhaniin, «Yaa barsiisaa, kunoo, dubarttiin tun uduu sagaagalttu qabamttee jirtti,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yesuusiin, «Barsiisaa'a! dubartiin tun ta seebartu; kanaaf qabnee sitti finne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:4
6 Referans Kwoze  

Yooseefiin isii qaadhimate kun nama qajeela'a. Kanaaf isii saalfachiisuu waan hin barbaanneef, dhossa'aan isii dhiisuu yaade.


Barsiisonninii fi Fariisonni dubartii seebaru'uun qabamte takka gara isaa fidan, isii wodhakkaa dhaabsisanii,


Muuseen ta akkanaa tanniin akka tumaman seeraan nu ajajeera, ati hoo waan isi'ii maal jetta?» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite