Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Isaanillee deebisanii Abbaan keennallee Abrahaam jedhaniin. Yesuusillee, uduu ijoollee Abrahaamii taatanii hujii Abrahaamii hojjattan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 Isaan'llee, «Abbaan keenna Abrahaam» jechu'uun, ni deebisaniif. Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Ijoollee Abrahamii uduu taatanii jiraattanii, hujii Abrahamiiti ni hojjattaniiyyu ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Isaanillee deebisanii «Abbaan keenna Abrahaam» jedhaniin. Yesuusillee, «Uduu ijoollee Abrahaamii taatanii hujii Abrahaamii hojjattan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:39
13 Referans Kwoze  

Eegasuu worri amanan martinuu ijoollee Abrahaamii akka ta'an beekaa'a.


Fiixaa Abrahaamiillee waan ta'aniif, isaan maruu ijoollee isaatii miti. Haata'uu ammoo fiixaan kee Yisihaaqiin sii waamama jedhame.


Akka isin fiixaa Abrahaamii taatanillee ani hin beeka. Haata'uu ammoo jechi kiyya isin keessa waan hin jirreef na ajjeesuu barbaaddan.


Abbaan keenna Abrahaam jechuun waan isin baasu hin seeyinaa'a. Rabbi dhakaa kanniin fuudhee, Abrahaamiif ilmaan akka ta'an godhuu akka danda'u ani isinitti hima.


Isinillee ka Kiristoosii eega taatan, akkasuma fiixaa Abrahaamii worra dubbii abdi'ii dhaalu.


Kanaafuu seera calla'aan uduu hin taane, akkasuma ka amantaa Abrahamiitiin ta'e, fiixaa isaa maraaf, dubbiin abdi'ii kun akka raawwatamuuf, amantaan akka badhaadhummaa isaa akka ta'uuf, innillee akkuma abbaa worra Yihuudii hin taanee taata jedhame barrayeen, isa du'aa fi jireenna kennu, ka waan hin jirre akka waan jiruu godhee waamu, Waaqa itti amane afo'otti abbaa nu maraati.


Worra gadoomaniif abbaa akka ta'u, akkasuma worra gadooman calla'aafii miti, Haata'uu ammoo abbaan keenna Abrahaam uduu hin gadoomin amantaa soquun isaaf qofa uduu hin ta'in worra duukaa bu'aniifille'e.


Isaanillee deebisanii, «Nu fiixaa Abrahaamii ti; garuu nu hennaa kamiinillee garbicha hin taane, Ati, ‹Bilisa baatan› attamitti nuun jetta?» jedhaniin.


Isin maaliif dubbii kiyya hin qalbifanne? Dubbii kiyya dhagayuu waan hin dandeenneef


Abbaan keessan Abrahaam guyyaa kiyya argu'uuf gammade. Hin arge hin gammadelle'e»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite