Wongeela Yohaannis 8:26 - WAADAA LAMMATAA26 Ani waan keessan waan dubbadhuuf waan murteessu waan hedduu qaba. Haata'uu ammoo ka na erge ka dhuga'aati; anillee ka isa irraa dhagaye kana adunya'atti dubbadha» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa26 waayee keessan ka dubbadhuu fi ka murtteessu'llee waan baayi'ee ni qaba, haa ta'u malee ka ana erge dhugaalessa, ani'llee biyya lafaa titti ka dubbadhu, isa irraa waan dhagaye.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 Ani waan keessan waan dubbadhuuf waan murteessu waan hedduu qaba. Haa ta'uu ammo ka ana erge ka dhuga'aati; anillee ka isa irraa dhagaye kana adunya'atti dubbadha» isaaniin jedhe. Gade chapit la |