Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Eeganaa, «Ati eennu?» jedhaniin. Yesuusillee, «Ani isuma duratti isinitti dubbadhe san.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Isaan'llee, «Ati eennu?» jedhaniin. Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Ani jalqabumaa kaasee akkuma isinitti hime san,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Eeganaa, «Ati eennu?» jedhaniin. Yesuusillee, «Ani isuma duratti isinitti dubbadhe san.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:25
9 Referans Kwoze  

Ammallee Yesuus, «Ani ifa adunya'aati, ka na faana deeme, ifa jireennaatitu ta'aaf malee, dukkana keessa hin jiraatu» jedhee isaanitti dubbate.


«Kiristoos si'ii? mee nutti himi!» Inni ammoo, «Yoo ani isinitti hime, hin amantan;


Deebi'ee gara moonaa bulcha'aa seenee, «Ati eessaa dhufte?» jedheen. Yesuus ammoo waan tokkollee hin deebifneef.


Eeganaa ati eennu ree? Worra nu erganiin waan kee maal jennaa? jedhaniin.


Yihuudonni isa marsanii, «Haga yoomii mamii keessa nu tursiifta? Ati yoo Kiristoosiin taate ifa godhii nutti himi» jedhaniin.


Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.


Eegasuu, «Isin cubbuu keessaniin duutan isiniin jedha. Ani akka ‹Ana› ta'e yoo amanuu dhabatan cubbuu keessaniin duutan» isaaniin jedhe.


Ani waan keessan waan dubbadhuuf waan murteessu waan hedduu qaba. Haata'uu ammoo ka na erge ka dhuga'aati; anillee ka isa irraa dhagaye kana adunya'atti dubbadha» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite