Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Yihuudonnillee, « ‹Gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan› jechuun isaa uf ajjeesaa laata?» hin beennu jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Namoonni worra Yihudotaa ka aangoo qaban'llee, «Gara ani deemu isin dhufu'uuf hin danddeettan jechuun isaa, mataa isaa ajjeesu'uuf ta'innaa laata?» woliin jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Yihuudonnillee, « ‹Gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan› jechuun isaa uf ajjeesaa laata?» hin beennu jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:22
11 Referans Kwoze  

Yihuudonni isaan, «Jinniin akka si keessa jiru amma beenne. Abrahaamilee du'eera, raattonnillee atillee hin duuta. ‹Ka dubbii kiyya eegu yoo jiraate baraa haga bara baraa hin du'u› jetta.


Yihuudonni deebisanii, «Ati nama Samaariya'aa akka taate; jinniin si keessa jira jechuun keenna mishaa jennee mii?» jedhaniin.


Eegasuu nullee salphinna inni baadhate san baadhannee qacha'aan ala gara isaa haa dhandhuu.


Lubbuu keessaniin hifattanii akka hin dadhabne, Yesuusiin mormii cubbamtoota irraa isa gaye obse san qaabadhaa'a.


Isaan keessaallee namoonni hedduu, «Inni jinnii uf keessaa qaba! maraateera! Isin maaf isa caqaftan?» jedhan.


Eeganaa Yihuudonni, «Akka nu isa hin argine eessa deemu'uuf ta'aa? Gara worra Giriikiin jiddu'utti bittinnaawaniiranii deemee barsiisu'uuf ta'aa?


Baniin deebisee, «Jinnii qabda! Eentu si ajjeesuu barbaada?» jedhaniin.


Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite