Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Yesuus ammallee, «Ani hin deema; isinillee na soxxan, cubbuu keessaniin duutan; gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Deebisee'llee Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Ani ni deema, isin'llee ana ni barbaaddan, garuu cubbuu keessaniin ni duutan malee, gara ani deemu isin dhufu'uuf hin danddeettan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Yesuus ammallee, «Ani hin deema; isinillee na soxxan, cubbuu keessaniin duutan; gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:21
21 Referans Kwoze  

Isin gara ani jiru dhufuu hin dandeettan» jedhe.


Eegasuu, «Isin cubbuu keessaniin duutan isiniin jedha. Ani akka ‹Ana› ta'e yoo amanuu dhabatan cubbuu keessaniin duutan» isaaniin jedhe.


Ijoollee tiyya amma hennaa diqqoo isin woliin taa'a isin na soxxan, ‹Hulee ani dhaqu dhaquu hin dandeettan› jedhee Yihuudotatti akkuma hime isinttillee hima.


Isin yakkaa fi cubbuu keessaniin worra du'e turtan. Hennaa san isinillee akkanatti hammeenna adunyaa tanaa duukaa deemtanii, ka ayyaana amma qilleensa keessa jiru bulchuu fi ka ammallee ijoollee Rabbii hin ajajamne irratti hojjatuuf, ajajama'aa jiraata'aa turtan.


Yesuusillee, «Ifni amma hennaa diqqo'oof isin woliin uduu jiru, akka dukkanti isin hin liqimsine uduu ifni jiru ifa keessa jiraadhaa'a, ka dukkana keessa jiraatu garam akka deemu hin beeku.


Du'a attamii akka du'uuf ta'u isaanitti mudhisu'uuf kana dubbate.


Worri kun gara adabbii bara baraa, qajeellonni ammo gara jireenna bara baraa galan» jedhe.


Hennaa san worra bitaa irra jiraniin ammoo, ‹Isin worra abaarame na biraa fagaadhaa'a; gara ibidda bara baraa ka seexanaa fi ergamtoota isaatiif qophaayeetitti deemaa'a! isaaniin jedhe.


Ani akkana isiniin jedha, ‹Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu, ka eebbifame› haga jettanitti ammaa achi deebitanii na hin argitan» jedhe.


Innillee, ‹Na soxxan, ammoo na hin argitan, gara ani jirullee dhufuu hin dandeettan› jechi jedhu kun maali'i?» jedha'aa woliin qaaqan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite