Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Ganamallee akkasuma gara mana woyyu'uu dhufe; baniin maruu gara isaa dhufan; innillee taa'ee isaan barsiise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Guyyaa itti aanutti ganama obboroo gara Mana Waaqeffanna'aa deebi'ee ni dhufe, ummanni marri'llee gara isaa ni dhufan, inni'llee taa'ee isaan ni barsiisa ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Ganamallee akkasuma gara mana woyyu'uu dhufe; baniin maruu gara isaa dhufan; innillee taa'ee isaan barsiise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:2
14 Referans Kwoze  

Hennaa san Yesuus gumi'iin akkana jedhe, «Akka nama shiftaa qabu'uuf bokku'uu fi guraadee qabattanii na qabu'uuf dhuftanii? Hennaa ani guyyaa guyya'aan mana woyyuu keessa isin woliin taa'ee barsiisu, na hin qabne isaaniin jedhe.


Yesuus guyyaa guyya'aan mana woyyuu keessatti barsiisa'aa ture. Halkan ammoo gara gaara ejersa jedhamu gubbaa bayee bula'aa ture.


Innillee Kitaaba san maree, tajaajila'atti deebisee kennee taa'e, worri mana sagada Yihuudotaa san keessa turan maruu xiinxallanii isa laala'aa turan.


Yabala Simoonii keessa seenee, Lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee Banii barsiisa'aa ture.


Yesuusillee uduu mana woyyu'uu keessatti barsiisu, mana qabeennaa biratti kana dubbate, yoo san hennaan waan hin geenneef eennullee isa hin qabne.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Nyaanni kiyya, fedha ka na ergee raawwachu'uu fi hojii isaa fixu'u.


Gumiin maruu isa irraa dhagayu'uuf obboro'oon gara Mana Woyyu'uu dhaqa'aa turan.


Barsiisonninii fi Fariisonni dubartii seebaru'uun qabamte takka gara isaa fidan, isii wodhakkaa dhaabsisanii,


Hennaa kana dhagayan ganamaan ka'anii mana woyyuu seenanii barsiisan. Gadootaa fi worri isaan woliin turan ammoo dhufanii, yaa'ii murtii ijoollee Israa'elootaa fi manguddoota maraa wolitti waamanii akka gara mana hidha'aa isaan fidan ergan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite