Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Isin yaada namumma'aatiin murteessitan; Ani nama tokkottillee hin murteessu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Isin yaada fooniitiin ni murteessitan, ani eennuun irratti'llee hin murteessu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Isin yaada namumma'aatiin murteessitan; Ani nama tokkottillee hin murteessu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:15
17 Referans Kwoze  

Adunyaa fayyisu'uuf malee adunya'atti murteessu'uuf waan hin dhufneef, dubbii kiyya dhagayee, ka hin eenne yoo jiraate ka itti murteessu anaa miti.


Fuula namaa laalaa murteessuu dhiisaa'a, murtii qajeelaa murteessaa'a.»


Wonti Rabbi Ilma ufii gara adunya'aa ergeef, adunya'atti murteessu'uuf uduu hin taane, Ilma isaatitti amanu'uun adunyaan haa fayyitu'uuf.


Yesuusillee deebisee, «Mootummaan tiyya ta biyya lafaa tanaa miti. Uduu mootummaa adunyaa tanaa ta'ee, Yihuudotatti akka hin kennamne, silaa worri na faanaa deeman naa lolan. Amma ammo mootummaan tiyya asii miti.»


Namni Ayyaana Rabbii qabu ammoo, maraa qora; inni ammoo eennuunuu hin qoramu.


Kanaafuu ati namni nama biraatitti murteessitu maruu waan itti sababatu hin qabdu. Ka biraa irratti wonta murteesitu sanniin uf irrattillee waan murtessituuf ati murteessaan woma san waan gootuuf.


Isiinillee, «Gooftaa'a, eennullee hin jiru» jette. Yesuusillee, «Anillee sitti hin murteessu. Deemi; ammaa achi cubbuu hin hojjatin» jedheen.


Ufii wol qooda'aartanii mii? Abboota seeraa ka yaada hamaa qaban ta'uu keessanii mii?


Yesuus deebisee, «Namicha nana, isin irratti murteessa'aa fi ka dhaalchisu akka ta'u eentu na muude?» jedheen.


Kanaafuu ammaa achi eennuttillee fuula laala'aa hin murteessinu; Akki Kiristoosiin itti laalle ija laalcha fooniitiinillee yoo ta'e, ammaa achi haala kanaan hin laallu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite