Wongeela Yohaannis 8:14 - WAADAA LAMMATAA14 Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ani yoo waan kiyyallee rage, eessaa akka dhufee fi eessa akka deemu waan beekuuf, ragaan kiyya dhuga'a. Isin ammoo eessaa akka dhufee fi eessa akka deemu hin beettan. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Yoma ani waayee mataa kiyyaa ragaa baye'llee eessaa akka dhufe, garam'llee akka deemu waan beekuuf ragummaan kiyya dhuga'a, isin garuu eessaa akka dhufee fi garam'llee akka deemu, hin beekittan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ani yoo waan kiyyallee rage, eessaa akka dhufee fi eessa akka deemu waan beekuuf ragaan kiyya dhuga'a. Isin ammo eessaa akka dhufee fi eessa akka deemu hin beettan. Gade chapit la |