Wongeela Yohaannis 8:12 - WAADAA LAMMATAA12 Ammallee Yesuus, «Ani ifa adunya'aati, ka na faana deeme, ifa jireennaatitu ta'aaf malee, dukkana keessa hin jiraatu» jedhee isaanitti dubbate. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Deebi'ee'llee Yesus, «Ani ifa biyya lafaati, ka ana horddofu marrinuu ifa jireennaa ni argata, dukkanaan'llee hin dedeebi'u» jechu'uun, isaanitti ni dubbate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Ammallee Yesuus, «Ani ifa adunya'aati, ka ana faana deemu, ifa jireennaatitu ta'aaf malee dukkana keessa hin jiraatu» jedhee isaanitti dubbate. Gade chapit la |