Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Yesuusillee ol jedhee dubartii sanii achitti eennuunillee haga dhabe, «Dubartii nana jarri si himatan sunniin meeti? worri sitti murteesse hin jiruu?» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Kanaan duubatti Yesus ol jedhee, «Dubarttii nana, himattoonni kee eessa jiran? Ka sitti murteesse eennu'llee hin jiruu mitii?» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yesuus ol jedhee dubartii sanii achitti eennuunillee haga dhabe, «Dubartii nana jarri si himatan sunniin meeti? worri sitti murteesse hin jiruu?» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:10
3 Referans Kwoze  

Deddeebi'anii hennaa gaafataniin ammoo ol jedhee, «Isin keessaa ka cubbuu hin qabne firrisee dhaga'aan isii haa dhayuu» isaaniin jedhe.


Isaannillee hennaa kana dhagayan, manguddoota irraa jalqabanii, isaan martinuu tokko tokkoon bayanii isa biraa lixan. Yesuus dubartii jidduu isaanii dhabattee turte woliin hojja ufii hafe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite