Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 8:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus ammoo gara gaara ejersaa dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti Yesus gara Gaara Ejerssaa ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa Yesuus gara gaara ejersaa dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 8:1
5 Referans Kwoze  

Hennaa Yeruusaalemitti dhiyaatan, gaara Ejersaatitti hulee Betafaagee jedhamtu gayan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaa akkana jedhee isaan erge.


Isaan Yeruusaaleemitti galu'uuf Beetafaage'ee fi Bittaaniya'aatti, gara gaara ejersaatitti hennaa dhiyaatan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaan,


Hennaa goodda gaara ejersaa irraan gad dhiyaate, darasoonni maruu maalalee waan arganiif, gammada'aa laagaa gudda'aan,


Yesuus Kolba mana woyyu'uutiin gaara ejersaa gubbaa uduu taa'u, Pheexroos, Yaaqoob, Yohaannisii fi Indiriyaas qofti gara isaa dhufanii,


Achiin maayessa martinuu gara mana ufii deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite