Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Adunyaan isin jibbuu hin dandeettu; ani ammoo waan hujiin isi'ii dhara ta'uu isi'itti raguuf ana na jibbiti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Biyyi lafaa isin jibbu'uuf hin dandda'u, ani garuu hujiin isaa hamaa ta'uu waan ragaa bayuuf, ana ni jibba.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Adunyaan isin jibbuu hin dandeettu; ani ammo waan hujiin isi'ii dhara ta'uu isi'itti raguuf ana na jibbiti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:7
27 Referans Kwoze  

Murtiin sunillee kana. Ifni gara biyya lafaa dhufe, namoonni garuu hujiin isaanii waan hamaa ta'eef ifa caalaa dukkana jaalatan.


Eegasuu dhugaa waan isinitti himeef ani diina isinitti ta'ee?


Isaan ka adunyaa kanaati. Kanaafuu wonti isaan dubbatanillee woma adunyaa tanaati. Adunyaanillee isaanii dhageetti.


Seebartoota adunyaa jaalachuun Rabbiin wol loluu akka ta'e, hin beettanii? Eegasuu ka biyya lafaatiin goshoo ta'uu fedhu maruu diina Rabbii ta'eera. Namni jaalalloo adunya'aa ta'u maruu diina Rabbii ta'eera.


Ani dubbii kee isaanii kenneera. Akkuma ani ka adunyaa tanaa hin taane isaanillee ka adunyaa tanaa waan hin taaneef biyyi lafaa isaan jibbite.


Waan Foonii yaaduun Rabbiin wol nama dhabsiisa; seera Rabbiitiif waan hin ajajamneef, ajajamuullee dadhabeera.


Yoo namoonni waan misha'aan isin himan isin aanne'ee! Abbootiin teessan raattota dharaatiif akkasuma godha'aa waan turaniif.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite