Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Yeroon kiyya waan hin geenneef, hennaan keessan ammoo yoo maraa ka tole.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Yeroon kiyya amma'llee hin geenne, yeroon keessan garuu yoo maraa ka mijaaye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Yeroon kiyya waan hin geenneef hennaan keessan ammo yoo maraa ka tole.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:6
10 Referans Kwoze  

Isin gara ayyaana kanaa bayaa'a, ani ammoo hennaan kiyya waan hin raawwatamneef, gara ayyaana kanaa hin bayu.»


Yesuusillee, «Aayyii, waan ani huju ati natti hin himini; hennaan kiyya hin geenne» isi'iin jedhe.


Kanaaf isa qabu'uuf soqa'aa turan. Haata'uu ammoo hennaan waan hin geenneef eennullee harkaan isa hin tundhe.


Yesuusillee kana dubbatee ija ufii gara sami'ii ol kaasee akkana jedhe, «Abbaa kiyya, sa'aatiin gayeera. Ilmi kee akka si kabajju foon uffataa maraa irratti baallii akka kenniteef worra kenniteef maraa akka jireenna bara baraa kennuuf Ilma kee kabajji.


Yesuusillee ayyaana Faasika'aa dura adunyaa kana irraa hennaan gara Abba'aa deemu akka gaye beekee, worra isaa ka adunyaa kana irra jiran, worra jaalate haga dhumaa jaalate.


Yesuusillee uduu mana woyyu'uu keessatti barsiisu, mana qabeennaa biratti kana dubbate, yoo san hennaan waan hin geenneef eennullee isa hin qabne.


Inni deebisee, «Qachaa keessa gara mana nama tokkoo dhaqa'aatii, namicha saniin, ‹Barsiisaan hennaan kiyya dhiyaateeraa; darasoota tiyya woliin si biratti ayyaana Faasikaa godha, jedheera› jedha'aan.» isaaniin jedhe.


Innillee, «Ji'oota fi woggoota Aabba baallii ufiitiin murteesse beekuun isinii hin kennamne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite