Wongeela Yohaannis 7:51 - WAADAA LAMMATAA51 «Seerri keenna dura isa irraa uduu hin dhageenne maal akka godhe uduu hin beenne namatti murteessaa?» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa51 «Akkaataa seera keennaatiin naminni tokko deebiin himannaa isaa durssee uduu hin dhagayaminii fi maal akka raawwate'llee uduu hin beekkamin, itti ni murtteeffamaa ree?» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu51 «Seerri keenna dura isa irraa uduu hin dhageenne, maal akka godhe uduu hin beenne namatti murteessaa?» isaaniin jedhe. Gade chapit la |