Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:43 - WAADAA LAMMATAA

43 Achiin maayessa isa irraa ka sababaa isaatiif baniin wol fooye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Kanaaf sababaa isaatiin ummata jiddu'utti gargar fooyamiinssi ni ta'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Achiin maayessa sababaa isaatiif baniin wol fooye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:43
7 Referans Kwoze  

Eeganaa sababaa dubbii kanaatiif Yihuudota wodhakka'atti gargar wol fooyan.


Fariisota keessaa gari gariin, «Namni kun Sambata waan hin kabajjineef Rabbiin irraa hin dhufne» jedhan, kuuwwan ammoo «Namni cubbamaan maalalee akkanaa kanniin godhuu attamitti danda'a?» jedhanii wol fooyan.


Banii jiddu'utti waan isaatiif guungummii heddutu ture. Gari gariin isaanii, «Inni nama mishaa» gariin ammoo, «Banii dogogorsa'aara» jedhan.


Baniin qacha'aallee gargar qoodamanii wodhakkaan isaanii Yihuudota woliin; wodhakkaan isaanii ergamtoota woliin taa'an.


Isin waan ani lafa irratti nagaya fidu'uuf dhufe isinitti fakkaataa? Akkasii miti; gargar bayi'insa fidu'uuf dhufe malee.


Ani ilma abbaa irraa, intala haadharraa, soddaatii soddaa irraa adda fooyu'uuf dhufeera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite