Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Masihi'iin fiixaa Daawiitiitii keessaa akka dhalatuu fi magaalaa Daawiitii Beetlihemiin keessaa akka bayu, Kitaaba Qulqulluu keessatti barreeffamee hin jiruu ree» ni jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:42
17 Referans Kwoze  

Isaan akkana jedhaniin «Biyya Yihuuda'aa qachaa Beeteliheemiititti dhalata; kun dubbii raagaan,


Yooseefillee akkasuma dhalootaan fiixaa Daawitii waan ta'eef, qachaa Naazireeti ta Galiilaa keessatti argamtu bayee gara qachaa Daawitii ta biyya Yihuudaa Beetaliheemiin dhaqe; inni galmaayu'uuf Maariyaamii qaadhima isaa ta ulfaa woliin achi ol baye.


Adha qachaa Daawitii keessatti qorsi isinii dhalateera; innillee Gooftaa Kiristoos.


Hiddi dhaloota Yesuus Kiristoosii fiixaa Abrahaamiitii fi fiixaa Daawitii kana.


Nu ammoo namni kun nama eessaa akka ta'e beenneerra. Kiristoos hennaa dhufu eessaa akka ta'e eennullee hin beeku.»


‹Ati Beeteliheemii Yihuudaa keessaa! qachoota gugurdaa Yihuuda'aa maraa keessaa ati horoma hin diqqaattu; Sababaanillee ka banii kiyya Isiraa'eliin bulchu, Bulchaan si keessatti dhalata› jedhamee barreeffameera» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite