Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Kuuwwan ammoo, «Kiristoos» jedhan. Kuuwwan ammoo, «Kiristoos dhuga'aan Galiila'aa dhufaa?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Kuunniin, «Kun Masihi'i» jedhan. Kuunniin garuu, «Masihiin ka dhufu Galiila'aayyii ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Kuuwwan, «Kiristoos» jedhan. Kuuwwan ammo, «Kiristoos dhuga'aan Galiila'aa dhufaa?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:41
11 Referans Kwoze  

Isaanillee deebisanii, «Atillee akkasuma nama Galiila'aatii? Raanni namoota Galiilaa keessaa akka hin kaane qorii laali» jedhaniin.


Filiphoos Naatinaa'eeliin argee, «Ka Muuseen Kitaaba seeraa keessatti waan isaa barreessee fi ka raattonnillee waan isaa barreessan ilma Yooseefii Yesuusii nama Naazireetii arganneerra» jedheen.


Banii keessaa namoonni heddu waan itti amananiif, «Kiristoos hennaa dhufe, maalalee kun godhe caalaa godha?» jedhan.


Nullee ati Kiristoos Ilma Rabbii jiraata'aa akka taate amanneerra; beenneerralle'e» jedhee deebiseef.


Isaanillee dubartii saniin, «Amma nu wonti isatti amannuuf, waan ati jetteefii miti, nu'uu waan isa dhageenneef, innillee dhugamaan Kiristoos qoricha adunya'aa akka ta'e hin beenna» jedhan.


Namootaan, «Kootta'aatii nama waan ani godhe maraa natti hime laalaa'a. Ani hin beeku inni Kiristoosiin ta'innaa laata?» Jette.


Dubartittiin ammo, «Kiristoos ka jedhamu Masihiin akka dhufu hin beeka, inni yoo dhufe waan maraa nutti hima» jetteen.


Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.


Worra waan Yohaannis dubbate dhagayanii Yesuusiin faanaa deeman lamaan keessaa tokko obboleessa Simoonii ka Pheexroos jedhame Indiriyaas ture.


Nu ammoo namni kun nama eessaa akka ta'e beenneerra. Kiristoos hennaa dhufu eessaa akka ta'e eennullee hin beeku.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite