Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Ka uf mudhisuu barbaadu ka dhossa'atti hojjatu waan hin jirreef, yoo waan kanniin gootu adunyaa tanatti uf mudhisi» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 ifatti beekkamu'uuf naminni barbaadu hujii isaa dhosa'aan hin raawwatu, ati'llee wonittoota kanniin mara yoo raawwattutti, mataa kee biyya lafaatiif muldhisuu si barbaachisa.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Ka uf mudhisuu barbaadu ka dhossa'atti hojjatu waan hin jirreef, yoo waan kanniin gootu adunyaa tanatti uf mudhisi» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:4
12 Referans Kwoze  

Yesuusillee deebisee, «Ani namoota afo'otti addaataa Adunyatti dubbadheera. Mana sagada Yihuudonni maruu itti wolgayanitti Mana Woyyuu keessatti, Ani hennaa maraa barsiiseera; dhossa'atti womaa hin dubbanne.


Waan garaa keessa guute afaan qaaqa; namni waan mishaa garaa ufii keessatti kuufate dubbata. Namni badaan waan badaa garaa ufii keessatti kuufate dubbata.


Namatti uf mudhisu'uuf jedhanii hujii isaanii maraa hojjatan. Qudhaama jechoonni barreeffama Woyyuu keessa jiru, ka addaa fi irree ufii irratti hidhatan babadhisanii qudhaamatan; handaara uffata uffatanii faateffatanillee hin dheereffatan.


«Isin hennaa faateeffattan, akka worra fakkeessuu hin ta'inaa'a! Isaan akka worri biraa isaan arganiif, mana sagadaatii fi wolgayii karaa gugurdaa irra dhaabatanii kadhachuu jaalatan; ani dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii ufii fudhataniiran.


Yesuus, «Hennaa soomtan akka worra fakkeessuu uf hin daalacheessinaa'a; namootaatti akka soomaniiran uf mudhisu'uuf fuula ufii guuran. Dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii ufii fudhataniiran.


Barreeffamin Woyyuun, lutti Kee dhaga'aan akka hin gufanne, akka isaan harka ufiitiin si qaban, maleekkota ufii sii erga «Ati Ilma Rabbii yoo taate as irraa gad uf dhiisi» jedheen.


Eeganaa Obboleeyyan, «Darasoonni teellee ammoo hujii ati hojjattu akka arganiif asii ka'iitii gara Yihuuda'aa deemi.


Obboleeyyan isaatuu isatti amananii waan hin jirreef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite