Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Eeganaa Obboleeyyan, «Darasoonni teellee ammoo hujii ati hojjattu akka arganiif asii ka'iitii gara Yihuuda'aa deemi.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Kanaaf obboleeyyan isaa gara Yesusii dhiyaatanii akkana ni jedhaniin, «Barattoonni kee hujii ati hojjattu akka arganiif, asii ka'iitii gara arddii Yihuda'aa deemi,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Eeganaa Obboleeyyan, «Darasoonni teellee hujii ati hojjattu akka arganiif asii ka'iitii gara Yihuuda'aa deemi.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:3
17 Referans Kwoze  

Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Obboleeyyan isaatuu isatti amananii waan hin jirreef.


Haata'uu ammoo Pheexroos jara kudha tokkoo keessaa tokko woliin dhaabatee laagaa ol qabatee akkana jedhee dubbate. Yihuudonniniif isin worri Yerusaalemiin keessa jiraattan martinuu kun isin biratti ka beekkame haata'uu dubbii kiyyallee dhagayaa'a.


Obboleeyyan isaa ammoo gara ayyaanaa haga bayaniin maayii hennaa san innillee akkasuma addaataa uduu hin taane dhokatee baye.


Haati Yesuusiitiif obboleewwan isaa gara isaa dhufanii sababa guddinna bani'iitiif isa arguu hin dandeenne.


Achiin maayessa haati Yesuusiitii fi obboleeyyan isaa dhufanii diida dhaabatanii nama gara isaa erganii waamsisaniin.


Namoonni, «Inni maraateera» waan jedhaniif, firtoonni isaa kana dhagayanii isa qabu'uuf dhufan.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Darasoota keessaa hedduun isaanii hennaa kana dhagayan, «Kun dubbii nama dhiphisuu, eentu isa dhagayu danda'a?» jedhan.


Sababaa kanaaf darasoota keessaa heddu isaanii gara duubaa deebi'an; achiin maayessa isa woliin hin deemne.


Ka uf mudhisuu barbaadu ka dhossa'atti hojjatu waan hin jirreef, yoo waan kanniin gootu adunyaa tanatti uf mudhisi» jedhaniin.


Namoonni worri, «Haati teetii fi obboleewwan tee si soqaa dhufanii diida dhaabataniiran» jedhanii itti himan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite