Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Namni Sambataan gadoome yoo seera Muusee hin dinee, Ani Sambataan nafa namaa guutuu fayyise'eef naan loltanii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Eegaa, karaa Muse'eetiin naamufnni kenname akka hin diigamnneef, guyyaa Sanbbataatiin naminni ka gadoomu yoo ta'e, eegasuu, ani guyyaa Sanbbataatiin guutummaa namaa fayyisuu kiyyaan, waayee maali'iitiif dallanttan ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Namni Sambataan gadoome yoo seera Muuse'ee hin diinne, Ani Sambataan nafa namaa guutuu fayyise'eef naan loltanii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:23
9 Referans Kwoze  

Gadoonni guyyaa Sambataa mana woyyuu keessatti, Sambataan hojjatanii akka hin yakkine, isin Seera Muuse'ee keessatti hin dubbifnee?


Fariisoonni kana arganiiti, Yesuusiin «Kunoo, darasoonni tee guyyaa Sambataatiin waan seerri hin kennine godha'aaran» jedhaniin.


Namichi harka naafate tokko achi jira. Jarri Yesuusiin himatu'uuf soqan gariin, «Guyyaa Sambata diqqa'aatiin isa fayyisuun seerumaa?» jedhanii isa gaafatan.


Kanaafuu Yihuudonni namicha fayye saniin, «Guyyaan Sambata waan ta'eef, itillee irra ciiftu baadhattee akka deemtu seerri sii hin kennu» jedhaniin.


Yesuusillee akkana jedhe isaanii deebise, «Hujima tokko hojjadhee jennaan, isin maruu maalalfattan.


Fariisota keessaa gari gariin, «Namni kun Sambata waan hin kabajjineef Rabbiin irraa hin dhufne» jedhan, kuuwwan ammoo «Namni cubbamaan maalalee akkanaa kanniin godhuu attamitti danda'a?» jedhanii wol fooyan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite