Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Kanaafuu Muuseen gadoomuu isinii kenne, seerri kun abboota irraa malee Muusee irraa miti, Sambataanillee nama gadoomsitan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Museen naamusa gadoomaa isaaniif ni kenne, naamufnni kun'llee ka argame abbootii irraayyi malee Musee irraayyii miti, isin'llee bee guyyaa Sanbbataatiin nama ni gadoomisitan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Kanaafuu Muuseen gadoomuu isinii kenne, seerri kun abboota irraa malee Muusee irraa miti, Sambataanillee nama gadoomsitan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:22
6 Referans Kwoze  

Kanallee akkana jedha, woggaa dhibba afurii fi soddomaan maayii seerri duraan keenname abdii dubbii Rabbiitiin mirkanaaye haga diiguuf dubbii abdi'ii balleessuu hin danda'u.


Waadaa sirna gadoomaallee hin keenneef. Akkasuma Yisaaqiin uumatee guyyaa saddeetaffa'aatitti gadoomse. Yisaaqi Yaaqoobiin, Yaaqoobillee abboota gosa kudha lamaa uumate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite