Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Yesuusillee akkana jedhe isaanii deebise, «Hujima tokko hojjadhee jennaan, isin maruu maalalfattan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ani hujii tokko ni hojjadhe, isin marrinuu hujii kanaan ni maalalffattan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Yesuusillee akkana jedhe isaanii deebise, «Hujima tokko hojjadhee jennaan isin maruu maalalfattan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:21
3 Referans Kwoze  

Namni Sambataan gadoome yoo seera Muusee hin dinee, Ani Sambataan nafa namaa guutuu fayyise'eef naan loltanii?


Guyyaa Sambataatiin waan kana waan godheef Yihuudonni Yesuusiin reebanii ajjeesu'uuf soqa'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite