Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Muuseen seera isinii hin kenninee? Isin keessaa ammoo tokkochillee ka seera raawwatu hin jiru. Maaf na ajjeesuu barbaaddan?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Museen seera isiniif kenninee hin jiruu moo? Garuu isin keessaa seera ka raawwatu eennu'llee hin jiru. Isin maali'iif ana ajjeesu'uuf barbaaddan?»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Muuseen seera isinii hin kenninee? Isin keessaa ammo tokkochillee ka seera raawwatu hin jiru. Maaf na ajjeesuu barbaaddan?»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:19
27 Referans Kwoze  

Seerri Muuse'een kennamee ture. Badhaadhaa fi dhugaan ammoo Yesuus Kiristoosiin kenname.


Eeganaa guyyaa sanii jalqabee isa ajjeesu'uuf mari'atan.


Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture.


Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


Gadoomuu keessaniin uf jajuu barbaadan malee, isaan worri gadoomanuu seera hin eenne.


Eegasuu seerri maali'iif kenname? Haga fiixaan abdiin keennameef sun dhufuuf, seera diiguun maal akka ta'e mudhisu seerri eda'amee kenname.


Namni kun ka gaara Siina'aatitti Maleekkaan itti dubbate saniif ka abboota keenna woliin lafa gammoojji'ii keessa ture. Dubbii jireenna qabu kana nuu kennu'uuf Rabbiin irraa fudhate.


Eeganaa ammalee deebi'anii isa qabuu barbaadan, inni ammoo isaan jalaa miliqe.


Kanaafuu namoonni Yeruusaaleemii gari gariin akkana jedhan, «Ka ajjeesu'uuf soqa'aaran kanaamii?


Ani Abbaa kiyya biratti waan isin himadhu isinitti hin fakkaatin. Ka isin himatu hin jira jedhe; innillee ka isin abdii godhattan Muuse'e.


Eeganaa Sambata waan diigee calla'aafii miti, akkasuma Rabbi abbaa kiyya jedhee Rabbiin waan uf qixxeesseef, Yihuudonni isa ajjeesu'uuf guddisanii soqaniin.


Guyyaa Sambataatiin waan kana waan godheef Yihuudonni Yesuusiin reebanii ajjeesu'uuf soqa'aa turan.


Achiin maayii Fariisonni gad bayanii yomasan attamitti akka isa ajjeesan miiltota Heroodiisii woliin mari'atan.


Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhutu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammoo hin cadhisan.


Qonnaan bultoonni sun ammoo, Ilma isaa hennaa argan, ‹Ka dhaalu kanaa; koottaa, isa ajjeefnee ristii fudhannaa.› woliin jedhan.


Bulchoota gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee, waan Yesuus jedhe dhagayanii, mala isa ittiin ajjeesan barbaaduu jalqaban, gumiin barumsa isaa guddisanii waan maalalfataniif, isaan isa sodaatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite