Wongeela Yohaannis 7:18 - WAADAA LAMMATAA18 Ka ufirraa dubbatu ulfinna ufii barbaada. Ulfinna ka ergee ka barbaadu ammoo inni nama dhuga'aati. Isa keessa hammeenni hin jiru. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Mataa isaa irraa ka dubbatu ulfinna mataa isaa ni barbaada, ulfinna ka isa ergee ka barbaadu garuu inni dhugaalessa, sobinni'llee keessa hin jiru. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Ka uf irraa dubbatu ulfinna ufii barbaada. Ulfinna ka ergee ka barbaadu ammo inni nama dhuga'aati. Isa keessa hammeenni hin jiru. Gade chapit la |