Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yihuudonnillee, «Inni eessa jira?» jedha'aa Ayyaana irratti soqa'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Ayyaanicha irratti'llee, «Inni eessa jira?» jedha'aa, Yihudonni ni barbaadaniin ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yihuudonnillee, «Inni eessa jira?» jedha'aa Ayyaana irratti soqa'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:11
6 Referans Kwoze  

Isaan Yesuusiin barbaadaa turan. Mana woyyuu keessa woliin dhaabatee, «Maal isinitti fakkaataa? Inni gara ayyaanaa hin dhufuu laata?» Woliin jedhan.


Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.


Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture.


Haata'uu ammoo, Yihuudota waan sodaataniif eennullee waan isaa addaataa hin dubbatu.


Yihuudonnillee, «Namni kun uduu hin baranne kitaabbilee attamitti beeka?» Jedha'aa maalalfatan.


Isaan, «Inni amma eessa jira?» jedhanii isa gaafatan. «Hin beeku» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite