Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 7:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Obboleeyyan isaa ammoo gara ayyaanaa haga bayaniin maayii hennaa san innillee akkasuma addaataa uduu hin taane dhokatee baye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Garuu eega obboleeyyan isaa gara ayyaanaa deemaniin duubatti, inni ifatti uduu hin ta'in dhossa'aan gara bakka ayyaanaa ni dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Obboleeyyan isaa ammo haga gara ayyaanaa bayaniin maayii hennaa san innillee akkasuma addaataa uduu hin taane dhokatee baye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 7:10
13 Referans Kwoze  

Yesuus ammallee, «Ani akka hoolotaa Yayyii jidduu isin erga; maarre akka Bofaa qaroo, akka handari'ii gara-laafeyyii ta'aa'a.


Haata'uu ammoo, barri murtayee sun hennaa gaye, Rabbi ilma ufii ka dubartii irraa dhalate, ka Seeraa gad ta'e erge.


Achiin maayessa Yesuus addaataa Yihuudii wodhakkaa hin deddeebine. Haata'uu ammoo achuma gara lafa udume'ee bira gara qachaa Efireem jedhamtuu deemee darasootuma ufii woliin achuma taa'e. Faasikaan Yihuudotaa dhiyaatee ture.


Obboleeyyan isaatuu isatti amananii waan hin jirreef.


Eeganaa Obboleeyyan, «Darasoonni teellee ammoo hujii ati hojjattu akka arganiif asii ka'iitii gara Yihuuda'aa deemi.


Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.


Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Namoonni, «Inni maraateera» waan jedhaniif, firtoonni isaa kana dhagayanii isa qabu'uuf dhufan.


Kana isaaniin jedhee Galiila'atti hafe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite